Onnee Irraa Gara Onneetti

Kitaaba ‘Onnee Irraa Gara Onneetti’ kan Application bilbila harkaatif tolfame. Barreessaan kitaabaa Umaralfaaruuq Sheek Aliyyii.

– Rabbiin tokkoomsuu (Towhiida)
– Shirkii irraa baqadhaa
– Gooftaa kee maaliin beyta?!
– Allaah (Gooftaan) keenya eessa jira?
– Rabbiif galata galchi
– Rabbiin Kadhadhu (Du’aayii jabeessi)
– Salaata hin dhiisin
– Faaruu Nabiyyii Muhammad (S.A.W)
– Ergamaa Rahmataa
– Gootummaa Nabiyyii Muhammad (S.A.W)
– Nabiyyiin Rabbii fi maatii waliin akkamitti jiraatu?
– Seenaa Sahaabaa Nabiyyii (S.A.W)
– Sahaabaa Arrabsuu irraa uf qusadhu
– Qur’aana Jabeessaa

– Maalummaa Qur’aanaa
– Waan Hundaafuu Obsi!
– Hadhaaf Abbaa keetiif toli
– Guddisa Ilmaanii fi waan barbaachisu
– Dhoorkaa tahuu Sagaagalummaa (Zinaa)
– Dhugaatii nama macheessu irraa uf Fageessi
– Hijaaba Uffadhu ittiinis booni
– Rabbiif jecha Dogongora waliif dhiisuu
– Hin Gaddin Gadda Keessaa bahi!
– Nama hin Kadhatin (Hojjadhu)
– Umrii kee itti Fayyadami
– Hammeenyaa fi Gaarummaa
– Waan Facaafatte haamatta hin dagatin
– Nama Jidduu deemtee addaan hin kutin
– Islaamummaa hin dheessin
– Yaamicha Nama Islaamummaa hin qabneef
– Islaamummaa Fi Shororkeessummaa
– Dhufaan Jira Harmee (Biyya Too)
– Barbaachisummaa iccitii
– Fuula kee nama hundaaf ibsi
– Fuula kee irraa gammachuun haa mul’atu
– Jecha gaarii namatti dubbadhu

– Wal Mararfachuu Wal Jaalachuu
– Salaamata (Nagaha) Wal Gaafachuu
– Kabajaa (Bakka) waliif kennuu
– Waa Qaanfachuu (Saalfachuu)
– Du’aaf Uf Qopheessi dhuftee
– Qabrii Fi Cinqaa Qabrii keessaa
– Dhufaa Jirti Qiyaamaan
– Du’aa fi afuuffaa (xurumbaa) jalqabaa
– Kaafamuu fi xurumbaa (afuuffaa) lammaffaa
– Dirree Kaafamaa (Ooydaa Mahshar)
– Manguddummaa Nabiyyii Muhammad (S.A.W)
– Herrega Waan Hojjatanii Guyyaa Qiyaamaa
– Nama Hundaaf Kitaabni Raabsamuu
– Hojiin Namaa Miizaan irra kaahamuu
– Haroo Nabiyyii irraa dhuguu fi Siraaxa Dabruu
– Jannata Seenuu fi Qananii isa Keessaa
– Ibidda Seenuu fi Rakkoo isa Keessaa
– kaafamuu Du’aa
– Xumura

Related Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *